Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Giraar Jaarsootti sagantaa Ashaaraa Magariisaarratti hirmaatan

Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Giraar Jaarsootti duula Misoomaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru.

Akka godinachaattis sagantaa ashaaraa magariisaatin guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 15 ol dhaabuuf karoorfameera.

Dhaabbii biqiltuchaarratti hawaasni kutaa garagaraa hirmaataa jiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.