Fana: At a Speed of Life!

Jilli Muummee Ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyiin durfamuu Jigjigaa gale

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa FDRI duraanii obbo Hayilamaariyaam Dassaalenyiin durfamuu Jigjigaa galeera.
Obbo Hayilamaariyaam Dassaaleny waliin sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaan kilaastera Hawaasummaa naannoo Oromiyaa obbo Addisuu Araggaan argamaniiru.
Jilichaaf itti aanaa preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad dabalatee hoggantoonnii biroon simannaa taasisaniifiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.