Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godina Arsiitti qamadii jallisiin misoome daawwachaa jira

Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) – Jilli preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu,Godina Arsii Aanaa Xiyootti qamadii jallisiin misoome daawwachaa jira.

Akka OBN gabaaseetti Jilli kun Godina Arsii Aanaa Xiyootti qamadii jallisiin lafa hektaara kuma 1 fi 500 irratti qonnaan bultootaan misoomaa jiru daawwachaa jiru jedhame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.