Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Umar Huseeniin durfamu Fooramii Nyaata Addunyaarratti hirmaachaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseeniin durfamu Fooramii Nyaata Addunyaa Xaaliyaanii magaalaa Roomitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jira.

Fooramichi Onkololeessa 17-21,2022tti kan gaggeeffamu yoo ta’u mata duree “nyaata fayyaalessa addunyaa fayyaalessaaf”jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Fooramicharratti Ityoophiyaa bakka bu’uun jilli Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseeniin durfamu hirmaachaa jiraachuu ragaan Roomitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.