Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Godina Gujii Gooticha Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Gujiin Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangootaa fi re’oota arjoomaniiru.

Jiraattoonni kunneen sagootaa 59 fi Re’oota 79 deeggarsa taasiisaniiru.

Hanga dhumaatti Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.