Fana: At a Speed of Life!

Kaabineen magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarse

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Kaabineen Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarseera.

Baajata Idilee fi Kaappitaalaa bara 2015 irratti mari’achuun kallattii kaa’eera.

Proojektoonni eegalaman akka xumuramanii fi proojektoota buleeyyii dabalataan haaraa eegalamanirrattis mari’ateera.

Dhimmoota Invastimantiin wal qabatan irratti bal’inaan mari’achuun murtoowwan dabarseera.

Murtoon kun fayyadamummaa hawaasaa gidduleessa kan taasiisan waan ta’aniif faayidaa olaanaa qabu jedhamee eegama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.