Fana: At a Speed of Life!

‘Kabajaa Raayyaa Ittisa biyyaaf’ mata duree jedhuun dhaabbiin biqiltuu eegalame

Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – ‘Kabajaa Raayyaa Ittisa biyyaaf’ mata duree jedhuun sagantaan biqiltuu dhaabuu torban tokkoof turu eegalameera.
Miseensoonni Raayyaa Ittisa Biyyaa fi hoggaansi jaarmichaa kutaa magaalaa Eekkaa Paarkii Barkumee keessatti biqiltuu dhaabaniiru.
Sirna dhaabbii biqiltuu kanarratt Raayyaa Ittisa Biyyaatti bakka bu’aa daayreektoreetii Indooktirineeshiinii birgaader jeneraal Asfaawu Maamacaa dabalatee hoggansi bulchiinsa magaalaa Finfinnee argamaniiru.
Raayyaan Ittisaa guyyoota walitti aanaan10 keessatti biqiltuu kuma dhibba 3 ol dhaabuuf karoorfachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaa Preesii Magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.