Fana: At a Speed of Life!

Kipichoogee Maaraatoonii Barliin rikardii cabsuun injifate

Finfinnee, Fulbaana 15, 2015(FBC)- Atileetiin Keeniyaa Iluud Kipichoogee fiigicha maaraatoonii Barliin rikardii ofii isaa cabsuun injifate.

Ragaan Atileetiksii Addunyaa akka argisiisuutti, Atileet Kipichoogeen fiigicha Maaraatoonii Barliin har’a gaggeeffame sa’aatii 2 fi daqiiqaa 01 fi sekoondii 09’n galuun rikardii duraan ture secoondii 30’n fooyyessuun rikaardii isaan qabame ture cabsuun injifateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.