Fana: At a Speed of Life!

Kiristaal Paalaas leenjisaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeesse

Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Kilabni kubbaa miilaa Ingiliz Kiristaal Paalaas leenjisaa isaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeessuu beeksise.

Kilabichi taphataa sarara gidduu duraanii Arsenaal Paatirik Viiyeeraa sababa qabxii galmeessisuu dadhabeef gaggeessuu BBCn gabaaseera.

Kilabni Kibba Landan Kiristaal Paalaas taphoota 12 darbaniin injifachuu hin dandeenye.

Piriimiyar liigichaanis taphoota 27n qabxiiwwan 27 walitti qabachuun sadarkaa 12ffaa irratti argama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.