Fana: At a Speed of Life!

Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame

Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame.

Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubba miilaa Maanchistaar Yuunayitid irraa erga  adda ba’ee booda gara kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makamuuf waligaluun isa ni yadatama.

Kiristaanoo Roonaaldoon  kilabii kubbaa miilaa Al-Naasir waliin Paawondii miiliyoona 175n waligaltee waggaa lamaa mallatteesseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.