Fana: At a Speed of Life!

Kolleejjiin Fayyaa Yuunvarsiitii Baahirdaar barattoota 457 ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Kolleejjiin Fayyaa Yuunvarsiitii Baahirdaar barattoota 457 ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiiseera.

Kolleejjichi barattoota 383 digrii jalqabaan, 24 digirii 2ffaa fi 50 wal’aansa Ispeeshaalistiin walumaagalatti barattoota 457 eebbisiisuu ibsameera.

Eebbifamtoota keessaa 187 dubartoota ta’uu eerameera.

Yeroo ammaa Kolleejjichi barattoota kuma 2 fi 363 barsiisaa jiraachuu ragaan Yuunvarsiiticharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.