Fana: At a Speed of Life!

Kolleejjiin Qonnaa Allaagee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 230 eebbisiise

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) – Kolleejjiin Qonnaa Allaagee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 230 eebbisiiseera.

Koollejjichi bara kana marsaa 17ffaaf barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 230 eebbisiisuu himameera.

Eebbifamtoota keessaa 468 dubartoota ta’uu ibsameera.

Sirna eebbichaarratti hoggantoonni mootummaa federaalaa, hoggantoonni Koollejjichaa fi maatiin eebbifamtootaa argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.