Fana: At a Speed of Life!

Komishinar Lalisee Nameen Ambaasaaddara Turki waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyatti Ambaasaaddara Turki Beerki Baraan waliin mari’ataniiru.

Mariin isaanii, Caarraalee Invastimantii Ityoophiyatti argaman beeksisuu irratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Komishinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.