Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin Poolisii Federaalaa filannoo marsaa 6ffaa waliigala nagaan xumuramuu beeksise

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Kimishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash G/Mikaa’eel filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaan gaggeeffame waliigalaan nagaan xumuramuu beeksisaniiru.

Adeemsa filannichaa gufachiisuuf iddoowwan murtaa’ootti yaaliin taasifamus yaalichi humnoota nageenyaan fashala’uu ibsaniiru.

Kanarra darbees buufatalee filannoo lamarraa hokkora ka’een humnoonni farreen nageenya barbadaa’uu himaniiru.

Adeemsa seeraa kabachiisuutin lubbuun qaamoleen nageenyaa eegsisanii darbu himaniiru.

Waliigala namoonni adeemsicha gufachiisuuf yalaan 123 to’anna jala kan oola yoo ta’u, 42 irratti adabbii salphaan darbeera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.