Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin Poolisii Federaalaa hoggantoota poolisii olaanoo fi giddugaleessa 550 eebbisiise

Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Komishiniin Poolisii Federaalaa giddugalaa leenjii poolisii Awaash 7 hoggantoota poolisii olaanoo fi giddugaleessa leenjisaa ture 550 eebbisiiseera.

Marsaa 2ffaan leenjiin laatamee filannoon marsaa 6ffaa nagaa qabeessaa ta’ee akka xumuramuu fi poolisiin kan kanaan duraarra bifa adda ta’een itti gaafatamummasaa ba’aachuu akka danda’uuf hoggansichaa qophii taasisuuf akka ta’ee himameera.

Itti aanaan Komiishinaraa Komiishinii Poolisii Federaalaa Malaakuu Fantaan, ijaarsi hidha haaromsaa akka hin xumuramneef qaamoleen keessaa fi alaa nageenyaa biyyatti diiguuf tattaaffii taasisaan ittisuu qabna jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.