Fana: At a Speed of Life!

Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Waajjira olaanaa Finfinneetti banuufi

Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa waajjira olaanaa isaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin mallatteesse.

Waliigaltichas Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo fi Pireezidaantiin Konfederrshinichaa Obbo Iyyaasuu Wasan mallatteesuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

Konfedereeshinichi Finfinneetti yaa’ii waliigalaa gaggeesseen Obbo Iyyaasuu Wasan pireezidaantii taasisuun filachuun ni yaadatama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.