Fana: At a Speed of Life!

Konfirensiin dargaggootaa carraa hojii uumuu idil addunyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 10, 201 (FBC) – Konfirensiin dargaggootaaf carraa hojii uumuu idil addunyaa magaalaa Finfineetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa guddinarra jiran keessaa tokko ta’uu isheen dargaggoonni hedduun hojii dhabdoota ta’uu Ministirr Deettaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Aadde Muunaa Ahimad ibsaniiru.

Waggoottaan darban keessa hojii dhabdummaan daraan dabalaa dhufuu kaasaniiru.

Mootummaan hojii dhabdummaa xiqqeessuuf  karoorfatee hojjechaa jiraachuu eeraniiru.

Konfirensiin dargaggootaaf carraa hojii uumuu kaleessa Fifninneetti eegalame har’as itti fufu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni muul’usa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.