Fana: At a Speed of Life!

Konkolaattonni 13 deeggarsaa toonii 200 fe’an maqalee ga’an

Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Konkolaattonni 13 deeggarsaa toonii 200 fe’an Naannoo Tigray Magaalaa Maqalee har’a ga’uu Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa beeksise.

Deeggarsi Maqalee ga’an kunneenis, nyaata, qorichootaa fi meeshaalee wal’aansa dhiqaa kaleef tajaajilan ta’uun eerameera.

Deeggarsichi Waldaa Dhukkubsattoota Dhibee Sukkaaraa Ityoophiyaarraa argameen ta’uu ragaan koricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.