Fana: At a Speed of Life!

Koolleejiin Fayyaa Yekkaatiit-12 ogeeyyii fayyaa 202 eebbisiise

Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) – Koolleejiin Fayyaa Yekkaatiit-12 ogeeyyii fayyaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 202 eebbisiise.

Koolleejjichi marsaa 7ffaaf ogeeyyii yaala fayyaa ogummaa adda addaan barsiisaa ture kannee Yaadannoo Injifannoo Adawaatti eebbisiiseera.

Ispeeshaaliistoota 49, Dooktaroota 65 fi ogeeyyii Saayinsii Fayyaa hawaasaa 88 walii galaan ogeeyyii 202 ta’a eebbisiiseera.

Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Ayyalaa Tashoomaa, Hoogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dooktar Yohaannis Caalaa fi maatiin eebbifamtootaa sagantaa eebbaa kanarrati argamuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.