Fana: At a Speed of Life!

Koongootti doonii dhidhimtee lubbuu namoota 60 galafatte

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)-Demokraatik Rippaabiliik Koongootti doonii dhidhimtee lubbuu namoota 60 yoo galafattu, namoonni 100 ammoo achi buuteen isaanii dhabameera.
Dooniittin humna ol namoota fetee kan turte yoo ta’u, galaana Koongoo keessaatti kan dhidhimtee.
Balaa kanaan lubbuun namoota 60 olii darbuu aanga’oonni Demookraatik Rippaabiliik Koongoo ibsaniiru.
Gama biraatiin namoonni 300 balichaarra hafuun isaanii dhaga’eera.
Ministeerri dhimmoota deeggarsa namooma Koongoo Stiiv Maabikaay dooniitti dhidhimuuf itti gaafatamoo kan ta’aan akka himataamaan waamichi dhiyaateera.
Dooniitti imaaltoota 700 ol feetee kan turtee kan ibsamee yoo ta’u, namoonni 100 achii buuteen isaanii dhabameera.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.