Fana: At a Speed of Life!

Koreen hojii raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa waltajjii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) –Koreen Hojii Raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa waltajjii idilee gaggeessuu eegaleera.

Miseensonni paartichaa sadarkaan jiran kallattii fi murtoowwan Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii 1ffaan dabarseen raawwii hojii isaa ni gamaaggamu jedhame.

Akkasumas gabaasni raawwii sosochii ‘Nyaata koo oddoo kootti fi Fayyaa koo nyaata koorraa’ jedhu guutuu biyyattiitti gaggeeffamaa jiru dhiyaachuun mariin irratti ni taasiifama jedhame.

Liigichi yeroo dhiyootti Yaa’ii jalqabaa kan gaggeessu yoo ta’u, sanadoota yaa’ichaaf dhiyaatanirratti mari’achuun ajandaa korichaa guyyaa har’aa ta’uu ibsameera

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.