Fana: At a Speed of Life!

Koreen Olaanaa Komaand poostii qaal’insa gabaa marii gaggeessaa jira

Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Koreen Olaanaa Komaand poostii qaal’insa gabaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala qabatamaa qaal’insa jireenyaa fi furmaanni maal ta’uu qabaarratti mari’achaa jira.

Marii kanarratti Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeesituun Kilaastera Misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saanii dabalatee qaamoleen ilaallatuu Naannoo fi Federaalaa argamaniiru.

Mariin kun Finfinnee Waajjira Preezdaantiitti taa’amaa jiraachuu ragaan waajjiricharraa argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.