Fana: At a Speed of Life!

Kutaan magaalaa Laaftoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa nyaata akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 10.5tti tilmaamamu taasise

Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Bulchiinsi kutaa magaalaa Laaftoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa nyaata akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 10.5tti tilmaamamu taasiseera.

Hoji raawwachiftuun kutaa magaalichaa aadde Natsaannat Dabbaa, kutaan magaalicha hanga ammaatti deeggarsa Birrii miiliyoona 300 ol taasisuu himaniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT hanga barbadaa’uutti deeggarsi hawaasaa cimee kan itti fufuu ta’u himaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.