Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 281 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Lammiileen Ityoophiyaa 281 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an.
Lammiileen Ityoophiyaa Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an kuunneen hundu dargaggoota dhiiraati.
Ministeera Dhimma Alaatti Bakka Bu’aan Daayreektaraa Dhimmoota Qonsilaa buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun lammiileef simannaa taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.