Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa guutuu addunyaarra jira duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf taasiifame akka tumsan gaafatame

Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Manni Maree Gochaa Diyaaspooraa Ityoophiyaa Lammiileen Ityoophiyaa guutuu addunyaarra jiraatan duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf taasiifame akka tumsan gaafatameera.

Manni Maree Gochaa Diyaaspooraa Ityoophiyaa haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchise ibsa kenneera.

Waraana Ityoophiyaan dirqamte seente waloon qoolachuuf lammiileen biyyattii guutuu addunyaarra  jiraatan, kutannoon uummata cinaa akka dhaabbataan gaafateera.

Duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf taasifamu keessatti dirqama lammuummaa isaanii akka bahaan waamicha aantummaa biyyaa dhiyeesseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.