Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 14 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 14 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa 924 dhiirota, 63 dubatoota yoo ta’an 27 ammoo daa’immaan umrii waggaa 18 gadii ta’uu ibsameera.

Marsaa 2ffaan hanga ammaatti lammiileen kumni 12 fi 857 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.