Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kuma 1 fi 181 gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Balallii marsaa 3n lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1fi 181 gara biyyaa deebi’aniiru.

Guyyaa har’a Lammiileen gara biyya deebi’an hundi dhiiroota yoo ta’an, 4 guddatoota umurii 15 gadii ta’uun ibsameera.

Ebla 4, 2016 hanga har’aatti lammiileen kumni 9 ol gara biyyaa deebi’aniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.