Fana: At a Speed of Life!

Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan.
Haaraa kan muudaman leenjisaan garee Biyyaalessaa dhiroota Ityoophiyaa leenjisaa Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha godhaniiru.
Waancaa Afrikaa 33ffaa Kaameroonitti gaggeeffamu irratti hirmaachuuf taphoonni gulaallii baatii Sadaasa 2013 ni eegala.
Ramaddii 11ffaan Madagaaskaar, kootidivwaar fi Nijaar walin ramadamee gareen bioyyaalessaa dhiiroota Ityoophiyaa gita isaa Nijaar waliin dirree isaa fi dirreen isa ala taphoota ni gaggeessa.
Leenjisaan Wubat Abaataa tapha Nijaar waliin qabuf taphatootaa 40f waamicha taasisuu Federeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksiseera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.