Fana: At a Speed of Life!

Leenjisaan Wubatuu Abaataan waliigalteen leenjisummaa gadi lakkisan

Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC)-Leenjisaa Wubatuu Abaataa leenjisummaa olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa waliigalteen gadi lakkisan.

Leenjisaa Wubatuu Abaataan gaaffii itti gaafatamummaa gadi lakkisuu Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaaf galchaanii turuu yaadachiisuun, dhimmicharratti Koreen Hoji raawwachiiftuun mari’achuun gaafficha simachuun ibsameera.

Federeeshinichi leenjisaa Wubatuu Abaataan tajaajila kennaa turaniif galateeffatee, fuulduratti yeroo hojii qabaataniif hawwii gaarii qabu ibsuu ragaan Federeshinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.