Fana: At a Speed of Life!

Luusiiwwan gita isaanii tapha deebiin injifatan

Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Gareen Kubba Miilaa Biyyaalessaa Dubartoota Ityoophiyaa Luusiiwwan tapha deeBiin gita isaanii Chaad 4 fi 0 injifataniiru.

Olompikii Kubbaa Miilaa Dubartootaa 2024 Zoonii Afrikaa calallii marsa jalqabaan, gareen dubartootaa Ityoophiyaa gita isaanii Chaad waliin tapha gaggeesseen 6 fi 0’n injifachuun ni yaadatama.

Guyyaa har’aa ammo tapha deebii taphataniin 4 fi 0’n injifachuu danda’aniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.