Fana: At a Speed of Life!

Luusiwwan Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu

Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu jedhameera.

Haala taphichaa ilaalchisee leenjisaan garichaa Fireew Hayilamikaa’eel har’a miidiyaaleef ibsa laataniiru.

Luusiwwan Olompikii Paarisiif qaxbii fooyya’aan darbuuf qophii taasiisaa turuu leenjisichi ibsa laataniin himaniiru.

Garichi boru tapha gulaallii Olompikii Paariis bara 2024f gita isaa Chaad waliin kan falmatu ta’uu EBCn gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.