Fana: At a Speed of Life!

Maanchiister Siitii fi Liivar Puul qixa ba’an

Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen Maanchiister Siitii fi Liivar Puul 1-1 qixa ba’aniiru.

Sa’aatii 9:30 irraa eegalee Maanchiister Siitii fi Liivar Puul gidduutti Istaadiyeemii Itihaadiitti taphamerratti kilaboota lameen gidduutti morkii jabaan mul’ateera.

Haaluma kanaan kilaboonni lameen goolii tokko tokko walirratti lakkoofsisuun qabxii walqixaan addaa ba’aniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.