Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Adaamaatti projeektoonni garagaraa eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti projeektoonni garagaraa eebbifamaniiru.

Proojeektonni kunneen baajata mootummaatiin kan hoojjetaman 91, hirmaannaa ummataatiin, 20 walumaagalatti proojektota 111 baasii Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 700 oliin kan hojjetamaaniidha.

Proojektoota 96 baasii Birrii biiliyoona 1.3n yoo ta’u, proojektoonni 18 baasii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 50 ta’u hojii tajaajila tola oltummaa hirmaannaa ummataatiin hojjetaman xumuramuun eebbaaf qaqqabaniiru.

Sirna eebba proojektichaarratti preezdaant mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaa fi hoggantoonni naannichaa biroon argamuu ragaan Biiroo Dhimmota Kominikeeshinii Mootummaa naannoo Oromiyaarra argamee ni muul’dhsa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.