Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Adaamaatti proojaktoonni misoomaa 62 eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti proojeektonni misoomaa 62, Birrii miiliyoona dhibba 8 olin hojjetaman xumuramuun eebbifaman.
Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shamallis Abdiisaan durfamu proojaktoota misoomaa garaagaraa magaalaa Adaamaa kanneen eebbisiseera.
 
Jilli kun Proojaktoota daandii Asphaaltii, daandii cirrachaa, daandii dhagaa Koobilii, Riqichootaa, FM Sagalee Adaamaa100.7 fi kanneen biroo eebbisiseera.
Dabalataan jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu kun ijaarsa proojaktii bishaan dhugaatii Birrii biiliyoona 2.6n hojjatamuus ni jalqabsiisa jedhameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.