Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Bishooftuutti Proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti Proojeektoonni misoomaa garaagaraa 63 Birrii biiliyoona 1.3 oliin ijaarraman eebbifaman.
Jilli itti gaafatamaan Waajjirra Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu magaalaa Bishooftuutti Proojektii bishaan dhugaatii, Waajjira bulchinsa lafa magaalaa,proojektoota Daandii cirrachaa baadiyyaa fi magaala wal qunnamsiisan, Giddu gala Mangudootaa fi Giddu gala Ispoortii dabalatee Proojektoota misoomaa garaagaraa 63 baasii Birrii biiliyoona 1fi miiliyoona dhibba 3 oliin ijaaraman eebbisiiseera.
Proojektoonni kunneen baajata mootummaa naannoo Orpomiyaa, hirmaannaa abbootii qabeenyaa fi hawaasaan kan ijaarraman ta’uu ibsameera.
Muluu Waaqshumeetu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.