Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti dhorkiin tajaajila lafaan walqabataan kaafame

Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Magaalichatti yeroof dhorkamee kan ture tajaajilli lafaan walqabatuu kaafamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Dhorkiin yeroo kun kan kaafamee  ta’uun tajaajilicha Amajjii 13, 2014 irraa eegalee kutaa magaaloota jiraniitti keessummafamuun akka danda’amuu ragaan waajjira kantiibaa magaala Finfinneerraa argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.