Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa sosochii galii gibiraafi beekamtii kennuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee mata duree “Gibira Kabaja Biyyaaf “jedhuun sagantaa jalqabsiisa sosochii galiifi kaffaltoota gibiraaf beekamtii kennuu gaggeessaa jira.

Saganticharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin, Ministira Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nigusee, Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeefi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroon argamaniiru.

Sagantichaan kaffaltoota gibiraa bara 2014 amanamummaan kaffalan 300 beekamtiifi badhaasni kan kennamu ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.