Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti manni Barumsaa Bu’uraa Boruu Bakkee eebbifame

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Sandaafaa Bakkeetti Barumsaa Bu’uraa Boruu Bakkee eebbifameera.

Sirna eebba mana barumsichaatti Hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Barisoo, Bulchaan Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Obbo Girmaa Haayiluu, kantibaa magaalichaa Obbo Warquu Sanyii fi hoggantoonni godinichaa fi magaalichaa argamuu ragaan waajjira kominiikeeshinii magaalaa Sandaafaa Bakkeerra argame ni muul’dhisa

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.