Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Shashamanneetti Proojektiin Talaallii Koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo taasiisu ifoome

Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneef naannawaa isheetti proojektiin talaallii koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo taasiisu ifoomeera.
Proojektichi waggootaa lamaaf hojii to’annaa fi ittisa dhibee koleera irrattii kan hojjetu ta’uu Itti gaafatamaan proojektii too’annaa fi ittisa dhibee koleera Ityoophiyaa Dooktar Makonnin Tafariin himaniiru.
Hawasaa dhukkubichaaf saaxilamoo ta’an hordofuun talaalliin dhukkubichaa kan kennamuuf ta’uu itti gafatamaan waajjiira Eeggumsaa Fayya Magaalaa Shaashamanee obbo Tashooma Mahaammad himaniruu.
Lamma Tasfaayeetuu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.