Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti baatiiwwan 3 darbanitti tajaajila mana qopheessaarraa galii Birrii miiliyoonni 888 ol walitti qabame

Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)-  Ayyaanni Irreecha Hora Ayeetuu/ Hora Amboo waggoota dhibba tokkoo fi shantamaa oliif addaan citee ture yeroo jalqabaatiif guyyaa har’aa kabajameera.

Ayyaanicharratti Abbaan Gadaa Tuulamaafi Barreessaan Gumii Abbootii Gadaa Oromoo Goobana Hoolaa, Abbootiin Gadaa biroon, haadholiin siinqee akkasumas jiraattonni magaalaa Amboo fi naannawaa ishee hirmaataniiru.

Ayyaanni  Irreecha Hora Ayeetuu waggoota dheeraa booda kabajamuu eegaluusaatti gammaduu hirmaattonni ayyaanichaa ibsuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.