Fana: At a Speed of Life!

Magaalota addaddaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) – Magaalota addaddaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame.
 
Magaalaa Hararitti hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaggeeffameera.
 
Hiriirri deeggarsichaa Istaadiyamii Iimaam Ahimaditti gaggeeffame.
 
Haaluma walfakkaatun godina Booranaa magaalaa Yaaballoo, godina Baalee Bahaa magaalaa Gindhiirii fi magaalaa Duukamittis hiriirri deeggarsaa gaggeeffameera.
 
Hirmaattonni hiriirichaa jijjiirrama hoggansa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi jaallan isaanitiin galmaa’aa jiru ni deeggarra jedhaniiru.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.