Fana: At a Speed of Life!

Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa fi qophaa’iin aanaa Raayyaa Qobboo keessatti awwaalchi jumlaa fi Qeenxeen 19 argame

Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) – Naannoo Aamaaraa aanaa Raayyaa Qobboo Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’iinaa Roobiit keessatti awwaalchi jumlaa fi qeenxeen 19 argamuu ibsame.
Aanichatti manneen barnootaa 129 saamamuu fi barbadaa’uu ibsameera.
Mooraa Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’iinaa Roobiit keessatti Awwaalchi 19 kan argame yoo ta’uu, isaan keessaa awwalcha sadi keessatti namoonni hanga soddoma soddomaa ta’an awwaallamuu Itti gaafatamaan Waajjira Barnootaa aanichaa obbo Mangashaa Balaayinaggaa ibsaniiru.
Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Roobiit jalqaba bara barumsaa darbe barattootaa kuma 1 fi 800 simatee barsiisaa turuu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni muu’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.