Fana: At a Speed of Life!

Manneen kitaabotaatif gumaachi kitaabaa Hagayya 14,2012tti waamameera

Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Manneen kitaabotaa 600 ol Oromiyaatti ijaarramaniif gumaachi kitaabaa Hagayya 14,2012tti waamameera.
 
Ganna bara 2012 manneen kitaabaa ummataa 600 ol naannoo Oromiyaatti gurmaa’uun ibsame.
 
Manneen barnootaa hunda keessatti iddoon dubbisaa “reading Park” tajaajila lammummaatin ijaaramaa akka jiranis Biiroon Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise.
 
Manneen kitaabotaa kanneen kitaabotaan guutuuf, Hagayyi 14,2012 guyyaa gumaachaa akka ta’u waamicha dhiyeessera.
 
Sagantaan kunis Giddu Gala Aadaa Oromootti ganama sa’aa 3:00 irraa kaasee qophaa’era.
 
Saganticharratti keessummoonni kan argaman yoo ta’u, hirmaataan hundi kitaabota gumaachuun ga’eesaa akka ba’atu waamichi dhiyaatera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.