Fana: At a Speed of Life!

Manni Kitaaba Abrihoot boruu ni eebbifama

Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti kan ijaarramee Manni Kitaaba Abrihoot boruu ni eebbifama.

Magaalaa Finfinnee Kiiloo 4tti bifa ammayya’aan kan ijaarramee manni Kitaaba kun aadaa duubbisuu gabbisuuf shoora olaa akka qabu ibsameera.

Manni Kitaachibicha guyyaa boruu bakka hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa argamanitti ni eebbifama.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.