Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4 ol raggaasiise

Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Kaleessarraa eegalee gaggeeffamaa kan ture Yaa’iin Mana Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4.8 fi labsiiwwan adda addaa raggaasisuun xumurameera.

Baajatichi isa bara darbeerra Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 50 caalmaa qaba jedhame.

Manni marichaa labsiiwwanii fi muudamoota Abbootii seeraa dhiyaates raggaasiisuu ibsameera.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.