Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala yeroorratti gamaggama gaggeesse

Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala  nageenyaa fi tasgabbii yeroorratti gamaggama gaggeesseera.

Manni marechaa haala nageenyaa fi tasgabbii guutuu Ityoophiyaa ilaalchisee gamaggama gaggeessuun isaa ibsameera.

Muummeen Ministeeraa Abiy Ahimad ergaa Twiitara isaaniitiin, walga’ichaan hojiiwwan  nageenya fi tasgabbii biyyattii eegsisuu danda’an akka hojjetamaniif kallattiin kan kaa’ame ta’uu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.