Fana: At a Speed of Life!

Manni maricha har’a mootummaa haaraa ni hundeessa

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii har’a mootummaa haaraa ni hundeessa jedhame.
Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa har’a gaggeessuun Preezdaantii, itti aanaa Preezdaantii fi kaabinee naannichaa ni moggaasaan eegama.
Manni Maree naannoo Hararii teessoo 36 kan qabu ta’uu ibsameera.
Tashoomaa Hayiluutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.