Fana: At a Speed of Life!

Mariin jalqabaa Kantiibootaa fi damee dhuunfa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) –Mariin jalqabaa kantiibootaa fi damee dhuunfa gaggeeffamaa jira.

Marichi  Kantibootaa fi damee dhuunfa kun guyyoota lamaaf tura jedhameera.

Ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahammad walgahii kana ifatti kan eegalchisaniiru.

Waraqaan qorannoo adda addaa marii kana irratti ni dhiyaatu jedhame kan eeggamu ta’uu ragaan Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii irraa argame ni mul’isa.

Waraqaan qorannoo adda addaa marii kana irratti ni dhiyaatu jedhame kan eeggamu ta’uu ragaan Ministeera Misooma Magaalaafi Konistiraakshinii irraa argamee ni mul’isa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.