Fana: At a Speed of Life!

Mariin mata duree ‘biyyaakoo haleellaarra eeguuf raayyaa ittisa biyyaa cina nan dhaabbadhaa’ jedhu gaggeeffama jira

Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Mariin mata duree ‘biyyaakoo haleellaarra eeguuf raayyaa ittisa biyyaa cina nan dhaabbadha’ jedhu gaggeeffama jira.

Marichi waajjira Dhimmota Dubartootaa fi Daa’immanii magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf waltajjii qophaa’e yoo ta’u, hoteela Intar Koontineentaaliitti gaggeefama jira.

Maricha irratti itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee argamaniiru.

Akkasumas hoggantoonni dubartoota magaalicha, hoggantoonni dubartoota raayyaa ittisa biyyaa fi poolisii gurma’insii dubartoota maagalichaa hirmaachusaani ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarraa arganne ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.