Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii haala waqtaawaa bittaa boba’aa fi hojii rifoormiirratti marii gaggeessaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)- Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii haala waqtaawaa bittaa oomisha boba’aa fi hojii rifoormiirratti marii gaggeessaa jira.
Marichi dhiyeessii boba’aa fi bu’aa bobaa fi bitta haqa qabeessaa, qaqqabummaa fi sirna to’annoorratti akkasumaas dameecharratti rakkoolee muul’dhatanii fi tarkaanfiin sirreeffamaa fudhachuu yaadameeti gaggeeffama kan jiru.
Maricharrtti hoggantoonni biiroo daldalaa naannolee fi magaaloota, hooggantoonni biiroo nageenyaa, komishinaroonni poolisii, abbootii buufata boba’aa fi hoji gaggeessitoonni dhaabbilee boba’aa akkasumaas qaamoleen dhimmi ilaallatuu hirmaachaa jiru.
Misikkir Sinaafiqtu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.